Fana: At a Speed of Life!

Pireezidanti Putiin balaa sigiga lafaa Gofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigaga lafaa mudachuun miidhaa qaqqabeen gadda isaanitti dhaga’ame ibsan.

Pireezidaanti Putiin Mootummaa Itiyoophiyaaf ergaa dabarsaniin, lammiilee balichaan maatii isaanii dhaabaniif jajjabina hawwuu ragaan Raashiyaatti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.