Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantonni naannolee fi Kantiibonni Magaalotaa Jigjigaa galan

Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni Naannolee garaagaraa fi Kantiibonni Bulchiinsa Magaalota lameenii Magaalaa Jigjigaa galaniiru.

Pireezidaantonii fi Kantiibonni wayita Jigjigaa galanitti Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadii fi qondaaltotaa naannichaa biroon simannaan taasifameera.

Guyyaan Sabaafi Sabalammoota Ummatootaa Itiyoophiyaa 18ffaan Boru Magaalaa Jigjigaattii sirna miidhagaan kabajama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.