Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Pireezidaantiin Naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Riistuu Yirdaan ayyaanicha sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Hawaasni waayita Ayyaannicha kabajuu Aadaa fi dudhaa kanaan duraa tureen wal garagaruufi wal utubuu qaba jedhaniiru.
Hordoftoota amantichaa maraaf Ayyaanichi kan fayyaa, jalaalaa ,tokkummaa fi wal danda’uu akka ta’uu hawwaniiru.
Halumaa wal fakkatuun Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Nagaash Waggeeshoon Ayyaana Cuuphaa Sababbeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ayyaannichi barsiifata amantaarra darbee faayidaa inni gama hawaasummaa fi aadaan qabu olaanaa ta’uu eeruun, qabeenyaa kana kabachisuu , eeguu fi misoomsuun of eggannoon qabuun barbachisaa ta’uu ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.