Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantonni fi mootummoonni naannolee erga baga ittiin isin gahee dabarsan

Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Pireezidaantoonnii fi mootummoonni naannolee garaagaraa Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun erga baga ittiin isiin gahee dabarsaniiru.

Ittaanaan Pireezidaanti Naannoo Giddigaleessaa Itiyoophiyaa Obbo Indaashaawu Xaasawu, ergaa dabarsaniin, Ayyaanni Cuuphaa kan jaalalaa, waliif yaaduu, tokkummaan hawaasaa kan itti mul’atan ta’uu ibsaniiru.

Haaluma walfakkatuun, Mootummaan Naannoo Hararii erga dabarseen, hawaasni wayita Ayyaana Cuuphaa kabaju lammiilee rakkoo keessa jiran gargaaruun, kanneen beela’an nyaachisuu fi obaasuun akkasumas Aadaa waliif gadduu fi waldeeggaruun ta’uu akka qabu waamicha dhiyeesseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.