Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Yuukreen DhMG aangoo sagalee sagaleen haquu Raashiyaa akka kaasu gaafatan

Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodimiir Zalaaniskiin Dhababanni Mootummoota Gamtoomanii aangoo sagalee sagaleen haquu Raashiyaa akka kaasu gaafataniiru.

Pireezidaanti Zalaaniskiin Yaa’ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii 78ffaarratti hirmaachaa jiru.

Raashiyaan yakka Yuukreenirratti raawwattu mirga sagalee sagaleen haquu qabdutti fayyadamaa jiraachuu kaasaniiru.

Gama biroon Poolaandi deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasiiftu dhaabuu beeksiifteerti.

Poolaandi deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasiiftu dhaabuun nageenya isheerratti xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu Ministirri Raayyaa Ittisaa Biyyattii Maateewoos Mooraaviikii ibsaniiru.

Erga waraanni Raashiyaa fi Yuukreen jalqabee hanga ammaatti Poolaandi godaantoota Yuukreen simachuurraa kaasee deeggarsa meeshaalee waraanaa taasiisaa turuu eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.