Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo misoomaa jallisii Bonaa eegalchiisan

Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo misoomaa jallisii Bonaa aanaa Hawaasaatti eegalchiisaniiru.

Obbo Dastaan saganticharratti akka jedhanitti, hojiilee qonnaa naannichaa makkaanaayizdii taasisuuf hirmaanaan akka taasifamuu eeranii, yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf kan hojjetamu ta’uu ibsaniiru.

Hojiilee qonnaa ammayyeessuuf qonnaan bultootaa adda duree muraasaaf tiraaktaroonni bitamuun akka raabsaman himaniiru.

Hojiilee hordoffiin adeemsi bal’inaan oomishuu akka itti fufe eeruun, oomisha qamadiifis xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa jira jedhaniiru.

Hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa Obbo Masfiin Qaarree gama isaaniin, hojiilee jallisiin carraalee jiran guutummaatti fayyadamuun, karoora qabame milkeessuun akka danda’amu eeruu ragaan Pirees Sekireetaariyaatii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.