Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ummanni Oromoo booruu gannaa nagaan ce’ee, dukkanaa keessaa ifatti nagaan ba’uu ayyaana uumaa isaa itti galateeffatu ayyaana tokkummaa fi obbolummaati jedhan.
Ayyaana ummanni Oromoo sabaaf sablammoota ummata obboleeyyanii waliin jaalala, waldanda’uu fi tokkummaan kabaja ayyaana addabaabayii ta’uu kaasaniiru.
Ayyaanni Irreechaa Ummataa Oromoo fi ummaata biyyattii maraaf ayyaana jaalalaa, tokkumma, nageenyaa dhiifamaa fi araaraa akka ta’u hawwaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.