Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joosan Sarliif Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joosan Sarliif Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen golhambicha daawwachiisuun ibsa taasiisaniiru.
Injifannoon Adwaa injifannoo Afrikaanoota hundaa ta’uu Eelan Joonsan ibsuu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.