Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Chaayinaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaa muudateen lubbuu isaanii dhabaniif gadda itti dhagahame ibsan

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu isaanii dhabaniif gaddi itti dhagahamuu ibsan.

Pireezidaanti Shii Jiinpiingi ergaa gaddaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeef erganiin, maatii miidhamtootaaaf jajjabina hawwaniuru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.