Pireezidaantii Saahilawarqi mana jireenyaa isaaniitti sagantaa Afxiraa gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun Pireezidaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi Zawudeen mana jireenyaa isaaniitti sagantaa Afxiraa qopheessaniiru.
Saganticharratti Pireezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimmootaa Islaamummaa Sheek Haaji Ibiraahiimiin dabalatee miseensota mana marichaa fi hordoftoonni amantichaa hirmaataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.