Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shimallis ardaa jilaa Me’ee Bokkoo misoomuuf waadaa galan

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Ardaa jilaa Me’ee Bokkootti sirna wal harkaa fuudhinsa baallii gadaa Oromoo Gujii 75ffaan gaggeeffameera.

Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Saa’daa Abdurrahmaan dabalatee hoggantootni naannoo Oromiyaa biroo argamaniiru.

Pireezidaanti Shimallis ardaa jilaa Me’ee Bokkoo misoomuuf waadaa galaniiru.

Gadaan Oromoo sirna barnootaa keessa galee rakkoo hawaas diinagdee akka hiikuuf mootummaan naannoo Oromiyaa hojjachaa jiraachuu eeraniiru.

Hawwii Fiqaaduutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.