Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shimallis Ambaasaaddaroota Ameerikaa fi Ingiliz waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Joosee Maassiingaa fi Ambaasaaddara Ingiliz Darren Welchii waliin mari’ataniiru.

Pireezidaanti Shimallis gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, Ambaasaaddaroota biyyoota lamaanii waliin dhimmoota waliigalaa Naannoo Oromiyaarratti marii bu’aa qabeessa taasisaniiru.

Fuulduraattis, dhimmoota waloo irratti akka biyyaattis ta’e akka naannootti walitti dhiyeenyaan hojjechuuf waliigalteerra ga’uu himaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.