Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Ada’aa, Lumee fi Boosatitti hojiilee misoomaa garaagaraa hojjatamaa jiran daawwate.
Godinichatti hojiiwwan inisheetiivii misooma Avokaadoo, horsiisa Lukkuu, xaa’oo uumamaa Vermi Kompoostii, inisheetiivii muuzii fi kanneen biroo daawwachu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.