Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa hojiilee misoomaa Godina Jimmaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) –Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojiilee misooma qonna Godina Jimmaa daawwateera.

Inisheetiiviin misooma qamadii, muuzii, baala shaayee, avookaadoo fi qophiin xaa’oo uumamaa fi biroon jila kanaan daawwatamaniiru.

Bulchitoonni Godinaalee fi Kantiibonni magaalota Oromiyaas daawwannicharratti hirmaachuu OBN gabaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.