Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shimallis Aanaa Lumeetti ijaarsa Mana Barumsa Bu’uura Boruu eegalchiisan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Aanaa Lumeetti hojii ijaarsa Mana Barumsaa Bu’uura Boruu eegalchiisaniiru.

Sirna Dhagaa bu’uuraa kaa’uurratti Shimallis Abdiisaa dabalatee Ministira Barnootaa Pirofeesser Biraanuu Naggaafi Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo argamaniiru.

Jilichi Mana Barumsa Sadarkaa 1ffaa Siree Liibanittis biqiltuu dhaabuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.