Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Itiyoophiyaan fiigicha Maaraatoonii Olompikii Paariis 33ffaa injifachuu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Ergaa isaaniin “Taammiraat Tolaa!! Ummataa keenyaaf gammachuu fi injfannoo maluuf fideera. Injifannoon har’a hiikaa addaa kan qabuudha. Uumaan si haa Eebbisu” jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.