Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa Baankii Misooma Afrikaa geggeessan

Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa fi Daayrektara Itti Aanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Abdul Kaamaaraa geggeessaniiru.

Dooktar Abdul Kaamaaraan, turtii waggoota 7 Itiyoophiyaatti taasisaniin misooma biyyattiif deeggarsa olaanaa taasisaniif galateeffachuu ragaan Waajjira Pireezidaantiirraa FDRI irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.