Pireezidaanti Saahilawarqi Pireezidaantii Qaxxaamura Diimaa fi Federeeshinii Baatii Diimaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Eegduu Olaantuun Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa fi Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawdeen, Pireezidaantii Qaxxamuraa Diimaa fi Federeeshinii Baatii Diimaa Idil Addunyaa Keet Foorbis waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin, dhimmoota deeggarsa hatattamaa Itiyoophiyaaf barbaachisuu fi walgahiiwwan dippiloomaasii hirmaatanirratti mari’achuu ragaan Waajjira Pireezidaantirraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.