Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaantuu ‘HABITAT’ waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaanuu ‘HABITAT’Annaaklaawudiyaa Roosbaachi waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota guddina magaalaarratti hariiroo dhaabbatichi Itiyoophiyaa waliin qabu caalmaatti guddisuuf marii taasisuu ragaan Waajjira Pireezidaantii FDRI irraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.