Pireezidaanti Saahilawarqi Bahaa fi Kibbaa Afrikaatti Daayrektara UNICEF waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Bahaa fi Kibba Afrikaatti Daayrektara Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii (UNICEF) Atileeva Kadiiliin waliin mari’taiiru.
Marii isaaniinis, daa’immanii fi dubartootaaf deeggarsa barbaachisaa dhaabbatichi taasisu qaqqabamaa taasisuuf haala danda’amurratti mari’achuu ragaan Waajjira Pireezidaantiirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.