Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi agarsiisa horsiisee bultoota gaanfa Afrikaa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen agarsiisa horsiisee bultoota gaanfa Afrikaa daawwataniiru.

Akksumas Daayrektarri Olaanaa Tajaajilaa Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa fi Itti aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Tamasgeen Xuruunaa,Ministirrii Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Siimeen, Ministirrii Ministeera Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahammad fi Ministirri Mallaqaa Obbo Ahimad Shiideen agarsisichaa dawwataniiru.

Agarsiisicha “Horsiisee Bultummaan Midhagina Gaanfa Afrikaa” mata duree jedhuun qophessummaa Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjiin kan dhiyaatee ta’uun ibsameera.

Alamsaggad Assayyee fi martaa Geetaachootu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.