Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Afyaa’ii Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Pireezidaanti FDRI Saahilawarqi Zaawude Afyaa’ii Mana Maree Biyyalessaa Kooriyaa Kibbaa Kim Jiin Piiyoon waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanii walta’insa diinagdee fi hariiroo paarlaama biyyoota lameenii cimsuurraatti kan xiyyeeffate ta’uu Pireezidaant Sahilawarqi toora miidiiyaa hawasummaa isaaniin ibsaniiru.

Dabalataanis, bara Faranjoota 1950-1953 yeroo waraana Kooriyaa, Ityoophiyaan loltoota ishee erguus yadachiisaaniiru.

Biyyoonni lameen michummaa yeroo dheeraa akka qabanis eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.