Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan.
Agarsiisni qonnaa Ministeera Qonnaafi Qaamolee dhimmatootaan mata duree “Mana Yaaliirraa hanga Ooyiruu” jedhu Goda Ambaa Saayinsiitti erga banamee torban darbeerra.
Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guyyaa har’aa agarsiisicha daawwachuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.