Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarq Sirna Awwaalchaa Giiftii Eelzaabeet 2ffaarratti argaman

Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna Awwaalchaa Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaarratti argamaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarq Landanitti argamuun boqochuu giiftiittiif gadda itti dhagame ibsataniiru.

Sirni Awwaalchaa mootiittii har’a bakka hoggantoonni, Pireezidaantoon biyyoota garaagaraa, maatiin warra mootootaa fi keessummoonni kumni 2 ol argamanitti raawwateera.

Giiftiin Eelzaabeet 2ffaan waggoota 70f mootii ta’uun Ingiliz kan tajaajilan yoo ta’uu, umrii waggaa 96 isaanitti addunyaa kanarraa du’aan boqochuun isaanii kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.