Pireezidaanti Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barri haaraan ummata biyyattii maraaf bara jaalalaa, Nageenyaa, gammachuu fi dhiifamaa akka ta’u hawwaniiru.
Dhaloonni walummaa cimsuuf abbootirraa barnoota fudhachuun tokkummaa fi nageenya Itiyoophiyaaf hojjechuu akka qaban waamichaa dhiyeessaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.