Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarq, Aadde Ma’aazaa fi Dooktar Ergoogeen sagantaa galateeffannaa gaggeessan

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq zawdee, Pireezidaantiin Manq Murtii Waliigalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii, Ministirri Ministeera Dhibba Dubartootaaf Hawaasaummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee fi Ministirri Deetaan Ministira Alaa Ambaadaaddar Burtukaan Ayyaanoon sagantaa galateeffannaa gaggeessan.

Ergaa galateeffannaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabarsan hordofee guyyaa dhaabbileen garaagaraa sagantaa Ityoophiyaan haa galateeffattuu gaggeessaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.