Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon magaalaa Hararitti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo magaalaa Hararitti biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaan dhaabbii biqiltuu kun magaalaa Hararii naannawaa giddu gala aadaatti dhaabbamuu eerameera.
Dhaabbii biqiltuu kana cinaatti duulli haaromsa manneen harka qalleeyyii fi qulqullinaa gaggeeffameera.
Saganticharratti Pireezidaantii naannoo Hararii Obbo Oordirii Badarii,Ministirri Ministeera Turizimii Ambaasaaddar Naasiisee Caalii, Itti aantuun Pireezidaantii naannoo Hararii Aadde Miisiraa Abdallaa fi hoggantoonni mootummaa naannolee biroo argamuu ragaan Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.