Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Isaayyaas Afawarqiin Chaayinaatti daawwanaa hojii taasisaa jiru

Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqiin Chaayinatti daawwannaa hojii taasisaa jiraachuun ibsameera.

Pireezidaantichi guyyaa kaleesaa daawwanaa hojiif Beejingi kan galan yoo ta’uu , Muummeen Ministiraa Chaayinaa Lii Chiiyaangi waliin dhimmoota waloo biyyoota lameenii irratti mari’achuun isaanii eerameera.

Muummeen Ministirri Chaayinaa Lii Chiiyaang ,Chaayinaa fi Eertiraan hariiroo tarsiimawaa qaban calmaatti cimsuu qabu jedhan.

Pireezidaant Isaayyaas gama isaaniin, Biyyoonni Afrikaa fi Addunyaa garaagaraa hariiroo siyaasa Chaayinaa cimsanii kan barbaada ta’uu eeraniiru.

Chaayinaan hariiroo biyyoota Gaanfa Afrikaa fi kaaba Awurooppaa waliin qabdu cimsuun hariiroo Eertiraan Chaayinaaf bakka Siyaasaa Qubsumaa ta’uun ibsamuu ‘’Reuters’ gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.