Pireezidaant Saahilawarq Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Kooriyaa Kibbaa yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudeen Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Kooriyaa Kibbaa yeroo hojii isaanii xumuran Kaang Sii’ookiin gaggeessaniiru.
Pireezidaanti Saahilawarq, Ambaasaadarichi turtii Itiyoophiyaatti taasiisaniin hariiroo waloo biyyoota lamaanii cimsuuf gumaacha godhaniif galateeffataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.