Phaaphaasiin Waliigalaa duraanii mana amanataa Kaatoolikii Beeneediikt 16ffaan boqotan
Finfinnee, Mudde 23- Phaaphaasiin Waliigalaa duraanii mana amanataa Kaatoolikii Beeneediikt 16ffaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Beeneedikt 16ffaan umriisaanii waggaa 95’tti guyyaa har’aa mana jireenyaasaatti du’aan boqochuu BBCn gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.