Fana: At a Speed of Life!

Phaaphaas Abuna Eermiyaasiif konkolaataan laatame

 

Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Phaaphaasii kutaa lallabaa Kaabaa fi Kibbaa Walloo akkasumas bulchinsa Saba Oromoo fi Miseensa Qulqulluu Sinoodoosii Abuna Eermiyaasiif konkolaataan laatameera.

Gareen shororkeessaa ABUT magaalaa Waldiyaa wayita weeraree tureetti saamichaa gaggeesseen konkolaataa Abunaa Eermiyaasiin hatuun isaa ni yaadatama.

Komishiniin Gumurukaa Abuna Eermiyaasiif konkolaataa Birrii miiliyoona 6.7 Laandkiruuzaar bituun laateeraf.

Leeykuun Almaatu gabaase

Suuraan TOI irraati

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.