Oduu biyya keessaa Imala Waggoota 30 Faanaa tattaaffii cimaan Debela Tadesse Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)-Faanaan Miidiyaa Adda Duree Wiirtuu yaada heddummataa, yaadannoo kaleessaa, tattaaffii har’aan boru kan mil’atudha. Dhimmoota siyaasaa, diinagdee fi…
Oduu biyya keessaa Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu qaba –… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu akka qabu Kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan. Duulli…
Biiznasii Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee mallatteessite Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Mootummaan Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee Mallatteesseera. Deeggarsi taasifamees Piroojektii…
Oduu biyya keessaa Kallattiin fuulduraa Paartichaa kara hunda hirmaachiiseen Qabsoon hoggannudha-Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Kallattiin fuula duraa Paartii Badhaadhinaa haala Itti gaafatamummaa mirkaneessee fi hunda hirmaachiiseen qabsoon hoggannuudha jedhan Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi kaayyoo isaa itti fufiinsaan akka milkeessuuf nan hojjedha –Pireezidaanti Taayyee… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Boordii Hoji Raawwachiistu Badhaasa Qulqullinaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Waajjirri paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar hundeeffama paartii badhaadhina waggaa 5ffaa… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee magaalaa Shaggar hundeeffama paartii badhaadhinaa waggaa 5ffaa ilaalchisuun ibsa Miidiyaaleef kenneera. Ibsicha kan…
Ispoortii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Solodaa Adwaa injifachuun dursummaa isaa cimsate Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni magaalaa Shaggar Kilaba Solodaa Adwaa injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Tapha torbee 5ffaa…
Oduu biyya keessaa Misooma Bunaa Godina Arsii Lixaa Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Buna Toonii Kuma 20 ol gabaa giddu galeessaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera. Aanaalee godinichaa 7 keessaatti bunni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen barnootaa olaanoon hoggansa ga’umsa qabu akka qabaatan hojjetamaa jira – Piroofesar… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa olaanoon hoggansa ga’umsa qabuun akka hogganaman hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan baala sammuu namaa adoochu Kaanaabis jedhamu oomishaa ture to’atame Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Maayaatti Namni dhuunfaan baala sammuu namaa adoochu Kaanaabis jedhamu oomishaa ture to’atameera. Bulchiinsa Magaalaa Maayaa kutaa…