Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame. Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggaman Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggamaniiru. Piroojektiin madda…
Ispoortii Kilabni Atileetiksii magaalaa Shaggar atileetootaaf gaggeessaa taasise Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Kilabni atileetiksii magaalaa Shaggar atileetoota Itiyoophiyaa bakka bu'uun Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sirna gaggeessaa taasiseera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Chaayinaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaa muudateen lubbuu isaanii… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu isaanii dhabaniif gaddi itti…
Oduu biyya keessaa Balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa’e – Obbo Xilahuun… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa'uu Mootummaan naannoo Kibba Itiyoophiyaa beeksise. Balichaan hanga…
Waajabila Faanaa Daa’ima Umrii baatii 3 sigiga lafaan maatii malee hafe Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Daa'ima Umrii baatii 3 balaa sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen maatii malee hafe. Haati daa'ima kanaa Taamanech Daani'eel jedhamti, Carraan…
Fayyaa Adoolessa 23, 2016 eegalee jiraattota Sabbataa fi Dodolaa kuma 20 ol ta’aniif yaalli ijaa… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Faawundeeshiniin Al Baasar Internaashinaal jedhamu Adoolessa 23, 2016 eegalee jiraattota Sabbataa fi Dodolaa kuma 20 ol ta'aniif tajaajila yaala ijaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa wiixata dhufuu eegalee Finfinnee Maqalee akkasumas Maqalee Finfinnee balallii… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa wiixata dhufuu eegalee Finfinnee gara Maqalee akkasumas Maqalee gara Finfinnee balallii halkanii kan eegalu ta'uu ibse.…
Oduu biyya keessaa Godina Goofaatti lammiilee sababa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi taasifamu itti fufeera… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Godina Goofaatti lammiilee sababa sigiga lafaan miidhamaniif hanga ammaatti deeggarsi midhaan nyaataa Birrii miliyoona 60tti tilmaamamu taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 9 ol eebbisiise Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan kaampaasiwwan Finfinnee fi Magaalaa Shaggar keessatti argamanitti barsiisaa ture kuma 9 fi…