Idil Addunyaa Balaliisaan Xiyyaara utuu balaliisuu lubbuun darbe Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)-Balaliisan Daandii Qilleensaa Turki utuu Xiyyaara Balaliisuu lubbuun isaa darbuun gabaafame. Balaliisaan Ilseehiin Peelivaan kan umriin 59 Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaan suphaa konkolaataa Indaastirii Fiibeellaa daawwatan Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Itaamaajor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaan suphaa konkolaataa Indaastirii Fiibeellaa Dabra Birhaan daawwatan.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ajandaaleen waliigaltee Godaansaa akka raawwataman taasisaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan ajandaalee waliigaltee Godaansaa Imammataa misoomaa ishee garaagaraa keessatti hammachisuun akka raawwataman taasisaa jiraachuu Ministirri…
Idil Addunyaa Biraaziil uggura Miidiyaa Hawaasaa ‘X’ irra keesse kaasuu beeksiste Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Biraaziil uggura Miidiyaa Hawaasaa ‘X’ (Duraan Tiwiitara jedhamu) irra keessee kaasuu beeksiste. Manni Murtii Olaanaa Biraaziil uggura miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa Televizhinii Ashaamiif Akeekkachiisa kenne Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televizhini Ashaamiif akeekkachiisa xumuraa kenneera. Abbaan Taayitichaa dhimmicha ilaalchisee ibsa baaseen,…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni Addabaabaayii magaalaa keenyaaf miidhagina dabalataatti-Aadde Adaanech Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Ayyaanonni Addabaabaayii magaalaa keenyaaf miidhagina dabalataa fi tuuristoota kan hawwataniidha jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Biiznasii Itiyoophiyaan Agarsiisa Bunaa Idil Addunyaarraatti hirmaacha jirti Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan agarsiisa Buna dhandhama gaarii Idil Addunyaa Jaappaanitti qophaa’eerratti hirmaachaa jiraachuun ibsame. Agarsisichi qopheessummaa Waldaa…
Fayyaa Yaa’iin sirna odeeffannoo fayyaa dijitaalawaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Yaa’iin jalqabaa sirna odeeffannoo fayyaa dijitaalawaan biyyoonni Afrikaa 19 irratti hirmaatan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti…
Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii bara 2017 ifoome Sifen Megersa Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera. Haaluma kanaan:-…
Ispoortii Andirees Ineestaan umrii waggaa 40ffaa isaatti kubbaa miilaarraa soorama bahe Sifen Megersa Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) –Taphataan sarara gidduu Ispeeniifi Baareloonaa duraanii Andirees Ineestaan umrii waggaa 40ffaa isaatti kubbaa miilaarraa soorama bahuu beeksiseera.…