Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoo dabarse Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 38ffaa gaggeesseen Waldaa Misoomaa Idil Addunyaa waliin waliigaltee deeggarsaa faayinaaansii taasifame…
Biiznasii Raabsaan elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaarraa dhorkame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Sadarkaa gadii kan ta’ee fi maddi isaa kan hinbeekamne Raabsaan Elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaaf akka hindhiyaanne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Tajaajila lammummaan hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15 olitti tilmaamamuu… Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15.24 tti tilmaamamuu hojjetamuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Warqeen gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan baasuun akka daldalamu… Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Dhiyeessitootaa Warqee hundaaf kaffaltiin kan raawwatamu gatii Warqee gabaa addunyaan gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan…
Idil Addunyaa Qondaalli Olaanaan Hamaas Teehraan keessatti ajjeefame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Qondaalli Siyaasaa Olaanaan Hamaas Ismaa’eel Haniiyeeh Iraan Teehraan keessatti ajjeefamuun gabaafame. Ismaa’eel Haniiyeeh fi eegduu isaanii kan…
Oduu biyya keessaa Dimitiir Medveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsan Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC) - Dura Taa’aan Paartii Gamtaa Raashiyaa Dimitiirii Meedveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsaniiru. Dimitiirii…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsaa fi Liqaa Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasise Sifen Megersa Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) - Boordiin Daayrektoreetii Baankii Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsaa fi Liqaa Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasiseera. Doolaarri biiliyoonni 1 deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ugaandaan dhimmoota nageenya naannawaarratti tumsaan hojjechuu kan itti fufan ta’uu… Sifen Megersa Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ugaandaan dhimmoota nageenya naannawaarratti tumsaan hojjechuu cimsanii kan itti fufan ta’uu beeksiisaniiru. Tajaajilli Nageenyaa fi…
Idil Addunyaa Hinditti balaa sigiga lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 gahe Sifen Megersa Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Kutaa Bulchiinsa Kibba Hinditti balaa sigiga lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 gahuu ibsameera. Lakkoofsi namoota du’anii ammallee dabaluu…
Oduu biyya keessaa Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa fi sigiga lafaa hordofsiisu ni… Sifen Megersa Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Guyyoota Kurnan Itti Aanaan keessa Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa fi sigiga lafaa hordofsiisu kan roobu ta’uu…