Waajabila Faanaa Dubartii waggoota 30f hirriiba malee jiraatte Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Lammii Veetinaam waggoota kurnan sadan darbaniif Hirriiba malee jiraatte,Niguuyen Nigook Maayi Kiim. Niguuyen Nigook Maayi Kiim dubartii Umrii waggaa…
Oduu biyya keessaa Naqamteetti Warshaan Daabboo Waajjiraa Giiftii Dureen ijaarame eebbifame Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)-Warshaan Daboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Naqamteetti ijaarame eebbifameera. Sirna Eebbichaarratti Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo,…
Oduu biyya keessaa Barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa %73.11 darbaniiru-BBO Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2016 fudhatan keessaa %73.11 darbuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Barattoota qormaaticha fudhatan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Boolee bu’uuraalee misoomaa ammayyaa’oo hammatee injifannoo dabalataan xumurameera-Aadde… Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Karaa Seensa Afrikaa,Itoophiyaa fi Finfinnee kan ta'e hojii misooma kooridarii daandii Boolee sadarkaa magaalattii madaaluun bu'uura misoomaa ammayyaa’aa…
Oduu biyya keessaa Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi kutaa 8ffaa ifoome Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2016 har'a ifoomseera. Biirichi akka beeksisetti, qabxiin darbiinsaa…
Ispoortii Atileet Misgaanaa Waaqumaan dorgommii tarkaanfii Kiiloo Meetira 20 har’a dorgomameen hin milkoofne Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Atileet Misgaanaa Waaqumaan dorgommii Tarkaanfii Olompikii Paaris har’a gaggeeffameen sadarkaa 6ffaa bahuun xumureera. Atileetiin Ikkowaadoor…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii Finfinnee daandiin Boolee xumurame – Aadde Adaanech Abeebee Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) - Hojiin Misooma Koriidarii Finfinnee daandii Boolee xumuramuu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Daandii seense Afrikaa,…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Ambaasaaddar Zhaa’oo Zhiiyuu’aan Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Chaayinaan hariiroo Itiyoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biroo waliin qabdu cimstee itti fufti jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru ifooma Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru kan ifoomu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannoo Oromiyaatti bara kanaa Barattoonni…
Biiznasii Baajanni bara 2017 Naannoo Amaaraa Birrii Biiliyoona 150 oliin ragga’e Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajataa bara 2017 Birrii biiliyoona 150 fi miiliyoona 666 fi kuma 531 oliin raggasiseera. Manni Maree Naannichaa yaa’ii…