Oduu biyya keessaa Sochiin indaastiriiwwan Oromiyaatti argamanii daawwatame Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Daawwannaan sochiin indaastiriiwwan maanufaakcharingii Naannoo Oromiyaatti argamanii gaggeeffameera. Daawwannicharratti Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 7 taasiste Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Mootummaan Kooriyaan Kibbaa Itiyoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 7 taasisuu beeksise. Deeggarsicha gama Sagantaa…
Ispoortii Dorgommiin xumuraa Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiirotaa har’a gaggeeffama Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Olompikii Paariis 33ffaan dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 3 dhiirotaa Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har’a ni gaggeeffama. Dorgommichi sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ijipti waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ijipti Mahaammad Oomaar Gaad waliin mari'ataniiru.…
Biiznasii Daldaltoota Seeraan Ala meeshaalee bu’uuraa dhoksanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) –Daldaltoota Seeraan Ala meeshaalee bu'uuraa dhoksanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Daldaltoota…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Warshaa Raadiyoo walitti hidhu eebbisiisan Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) –Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Korporeeshinii Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaatti Indaastirii…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Iraan dhimmoota waloo fi Idil Addunyaarratti mari’atan Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Barreessaan Mana Maree Nageenyaa Raashiyaa Sargeey Shooyiguun dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi idil Addunyaarratti Aanga'oota Teehiraan waliin…
Idil Addunyaa Hezboollaan Xiyyaara nama maleessaan Israa’eel haleeluu ibsame Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Gareen Hidhattootaa Libaanoos Hezboollaan Xiyyaara nama maleessaa fi Rokkeettiin Israa’eel haleeluu gabaafameera. Torban darbe Israa’el xiyyaarota…
Oduu biyya keessaa Obbo Xilahuun Kabbadaan Godina Walaayittaatti maatii lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamanii… Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kbbadaan Godina Walaayittaa Aanaa Kaawoo Koyishaa Ganda Xeeppaatti maatii lammiilee balaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hojiin kunuunsa midhaanii mala aadaafi ammayyaan gaggeeffamaa jira – BQO Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojiinkunuunsa midhaanii mala aadaafi ammaayyaan gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera. Barana hanga ammaatti…