Oduu biyya keessaa “Heer Iisee” ‘UNESCO’tti galmaa’e Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Sirni Aadaa Jaarsummaa hawaasa Iisaa Somaalee “Heer Iisee” hambaa kiliyyaa ta’uun Dhaabbata Barnootaa, saayinsii fi aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen Itiyoophiyaa Saffisaan guddachaa jira-Shaangucheen Zhingi Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Diinagdeen Itiyoophiyaa saffisaan guddachaa jiraachuu Daayrektarri Itti Aanaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Shaangicheen Zhingi ibsan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Kabaja guyyaa Sabaa fi Sablammootaaf keessummoonni Arbaa Minchiin galaa jiru Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaa fi ummatoota Itiyoophiyaaf gareewwan aadaa naannolee Magaalaa Arbaa Minchiin galaa jiraachuun ibsame. Haluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa garaagaratti leenjiin interpirinarshiippii daldaltootaaf kennamuu eegale Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaratti leenjiin interpirinarshiippii daldaltootaaf kennamuu eegaleera. Haaluma kanaan leenjichi Magaalaa Asallaatti kennamuu…
Oduu biyya keessaa Komishinar Dammallaash Ambaasaaddara Xaaliyaanii waliin mari’atan Tsehay Guluma Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agoostinoo Paalsee waliin…
Oduu biyya keessaa Guddinni Itiyoophiyaan galmeessite dinqisiisaadha – Pireezidaanti Puutiin Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FMC) – Guddinni Itiyoophiyaan waggoottan darban galmeessite dinqisiisaa ta’uu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin ibsan. Pireezidaanti Puutiin…
Oduu biyya keessaa Hoggantoota imala guddina Itiyoophiyaa fuulduratti itti fufsiisan horachuun barbaachisaadha-Obbo… Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Hoggantoota imala guddina Itiyoophiyaa fuulduratti tarkaanfachiisan horachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Finfinneetti kabajame Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25 2017 (FBC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa 19ffaan Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti kabajameera. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalatti Aadde Adaanech Abeebeen,…
Oduu biyya keessaa Labsii Misooma Riil Isteetii, Daldalaa fi tilmaamama qabeenya hin sochoonee dabalatee labsiiwwan 3… Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Misooma Riil Isteetii, Daldalaa fi tilmaamama qabeenya hin sochoonee dabalatee labsiiwwan 3 raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Fooyyaa’iinsa Dinagdee Gooroon Sagantaa Seeftineetii Misoomaawaa Baadiyyaaf xiyyeeffannaa olaanaan… Debela Tadesse Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Fooyyaa’iinsa Dinagdee Gooroon Sagantaa Seeftineetii Misoomawaa Baadiyyaaf xiyyeeffannaa olaanaan kennamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…