Oduu biyya keessaa Haaromee: Motora Cehumsa Baadiyyaa Oromiyaa Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Haala baramaa baadiyyaa keenyaa jijjiiruuf sababoota dirqisiisoo hedduutu jiru. Dhiibbaalee adda addaatiin, baadiyyaaleen Oromiyaa gama hedduun magaalotarratti hirkachuuf saaxilamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa alaabaa wayita kabajnu maatii goototaa bira dhaabbachuun abdii itti horuun ta’uu qaba-BKO Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Guyyaa Alaabaa Marsaa 17ffaa wayiita kabajnu gootota ilmaan Itioophiyaa bilisummaa fi birmadummaa biyyaatiif lubbuu isaanii qaalii aarsaa taasisuun…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa Poolisii Federaalaaf deeggarsa ni taasisa-Aadde Adaanech Abeebe Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Poolisii federaalaa cinaa dhabbachuun tumsaa fi deeggarsaa barbaachisaa akka taasisu Kantiibaan Magaalichaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti… Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti haaressinuudha jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaawwan Caffee Tumaa, Ateetee fi Sabbataa miidhaginaan kabajame xumurame Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Irreechi Malkaa Caffee Tumaa, Malkaa Ateetee fi Malkaa Sabbataa karaa safuu fi duudhaa isaa hordofeen kabajamee xumuramuun ibsame. Kantibaan…
Oduu biyya keessaa Kirkirri lafaa Awaash Fantaalleetti mudate Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)-Kirkirri lafaa naannawaa Awaash Fantaalleetti mudachuu Yuunivarsiitiin Samaraa ibse. Pireezidaantii Itti Aanaa Ce'umsaa Teeknooloojii fi Qorannoo…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen hammattoo Walta’iinsa Laga Naayil gara raawwiitti seene Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)-Waliigalteen hammattoo Walta'iinsa Laga Naayil har'arraa eegalee gara raawwiitti seenuu Ministirri Ministeera Bishaan fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Dooshaa Kabajame Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017(FBC)–Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Irreechi Malkaa Dooshaa haala ho’aa ta'een kabajamaa jira. Kabaja Ayyaana Irreechaa Malkaa Dooshaarratti Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Miidhaa sarara geejjiba baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreessuuf carraaqqiin taasifama jira Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Miidhaa sarara Geejjiba Baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreeuun tajaajilatti deebisuuf carraaqqiin taasifama jiraachuun Waldaan Aksiyoonaa Daandichaa…
Oduu biyya keessaa Yoo waltaane naannawaa cimaa uumuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)- Yoo waltaanee fi waltumsine, waloon misoomuun naannawaa cimaa uumuu dandeenya jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Hammattoon…