Biiznasii Jimmaatti misoomni Avokaadoo Alergeen daawwatame Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Godina Jimmaa Aanaa Mannaatti Avokaadoo sanyii filatamaa gabaa alaaf dhiyaatu daawwatameera. Daawwannicharratti Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…
Oduu biyya keessaa Keeniyaatti lammiileen haala rakkisaa keessa turan 217 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Keeniyaatti lammiileen haala rakkisaa keessa turan 217 gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru. Keeniyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa, qaamolee mootummaa…
Idil Addunyaa Yuukireen giddugala Niwukilaaraa yoo haleelte deebii hammaataan akka eeggatuun Raashiyaan… Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Yuukireen Giddugala Maddaa Humna Niwukilaaraa Kuursiik yoo haleelte deebii haaloo bahiinsaa hammaataan akka eeggatuun Ministeerri Ittisaa Raashiyaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Afaaritti sagantaa tajaajila tola ooltummaan deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii Naannoo Afaaritti harka qalleeyyiif tajaajila tola ooltummaan deeggarsa Birrii miiliyoona 21 taasise. Ministirri Ministeerichaa…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’iinsaa fi sodaa nageenyaa keessaa ba’uun gara badhaadhinaatti ce’uuf hoggansi kutannoo… Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Naannoon Amaaraa walitti bu’iinsaa fi sodaa nageenyaa keessaa ba’uun gara badhaadhinaatti ce’uuf hoggansi naannichaa kutannoo qabaachuu gochaan argisiisaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Aanaa Meettaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Meettaa Sulula Gooroo Biyyootti biqiltuu dhaabeera. Godinichatti…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatee Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti hojiilee misoomaa garagaraa…
Oduu biyya keessaa Hojiileen qonnaa gaggeeffamaa jiran qonnaan bultoota gara abbaa qabeenyummaatti ceesisuuf… Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Hojiileen qonnaa Godina Jimmaatti gaggeeffamaa jiran diinagdee qonnaan bultootaa guddisuun gara abbaa qabeenyummaatti ceesisuu keessatti gahee olaanaa akka…
Oduu biyya keessaa Hagayya 17’f haa qophoofnu-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hagayya 17, 2016 duula guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamuuf haa qophoofnu jechuun…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi yakka suukaneessaa gaammee Heevan irratti raawwate ilaalchisee murtoo kennamerratti… Sifen Megersa Aug 17, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Yakka suukaneessaa gaammee Heevan irratti raawwate ilaalchisee murtoo kennamerratti qooda fudhattoota waliin kan hojjetu ta'uu Ministeerri Dhimma…