Oduu biyya keessaa Lammiileen 125 Liibaanosirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Liibaanositti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 125 gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiilee Itiyoophiyaa biyyattitti haala…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi Chaayinaatti qondaaltota Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Gareen qondaaltota Olaanoo Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejingitti Garee Hariiroo alaa Paartii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)-Komishininiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti waltajjii marii Ajandaa walitti qabuu gaggeessuu eegaleera. Komishinichi…
Oduu biyya keessaa Baankichi Walga’ii Baankii Addunyaa fi IMF irratti hirmaachuun Maqaa gaarii Itiyoophiyaa ijaaruu,… Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Bankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa walga’ii waggaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata maallaqaa Addunyaa (IMF) irratti hirmaachuun maqaa gaarii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 56 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun godaantota seeraan alaa lammiilee Itiyoophiyaa 56 gara…
Ispoortii Cheelsii, Kiriistaal Paalaasii fi Westihaam morkattoota isaanii injifatan Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Piriimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan taphoota har’a gaggeeffamaniin Cheelsiin, Kiriistaal Paalaasii fi Westi Haam morkattoota isaanii injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensaaf deeggarsi meesaalee Birrii miiliyoona 32’tti tilmaamaman taasifame Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)-Ministeerri Galiiwwanii Koomiishinii Gumurukaa waliin ta’uun ijaarsa manneen Raayyaa Humna Qilleensaaf meeshaalee Birrii miiliyoona 32’tti tilmaamaman…
Ispoortii Atileet Hawwii Fayyisaa Rikardii fooyyessuun injifatte Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)-Atileet Hawwii Fayyisaa Fiigicha Maaraatoonii Firaankifartitti gaggeeffame rikardii fooyyessuun injifatte. Dorgommii Maaraatoonii Dubartootaa Jarman…
Fayyaa Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu’uureffachuun qoricha garaagaraa omishuuf hojjechaa… Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu'uureffachuun qoricha garaagaraa biyya keessatti omishuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sirni…
Ispoortii Morkiin Arsenaalii fi Liiverpuul har’aa ni eegama Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Piriimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan har’a taphoonni afur ni gaggeeffamu. Har’a sa’aatii 11:00 irraa eegaluun Kiristaal Paalaas Totenhaam Hotisper…