Oduu biyya keessaa Leeqaa 2 – 1 Dambi Doolloo Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Tapha baniinsaa Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 1ffaa har'a taphatameen Kilabni Leeqaa, Magaalaa Dambii Doolloo injifateera. Leeqaan galchii 2 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech rakkoo mana jireenyaa furuuf manneen ijaaramaa jiran daawwatan Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen rakkoo mana jireenyaa furuuf manneen jireenyaa ijaaramaa jiran daawwataniiru. Adeemsa ijaarsaa…
Ispoortii Taphoonni Torbee 1ffaa Piriimeer Liigii Oromiyaa har’a eegala Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigiin Oromiyaa yeroo jalqabaaf har'a Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti eegala. Taphoonni Torbee jalqabaa Liigichaa bara 2017 har'a…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Tasfaayee Baljigeen durfamu magaalaa Naqamteetti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Jilli Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Ministira Waamamaa Olaanaa Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigeen durfamu magaalaa Naqamteetti hojiilee misoomaa…
Ispoortii Atileet Nibrat Malaak fiigicha walakkaa Maaraatoonii Baangiseen injifate Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Atileet Nibrat Malaak fiigicha walakkaa Maaraatoonii Taayilaand Choon Burii Baangiseenitti dorgomame injifate. Atileet Nibrat fageenyicha sa'aatii 1…
Idil Addunyaa Raashiyaan bulchiinsa Kuuriskii to’achuuf Loltoota Kooriyaa Kaabaa bobbaafte –… Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Raashiyaan bulchiinsa Kuuriskii to'achuuf Loltoota Kooriyaa Kaabaa bobbaasuu Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zalaniskiin ibsan. Raashiyaan loltoota…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu marii biyyaalessaa boru eegala Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu boru kan eegalu ta'uu Komishiniin Maree biyyaalesaa beeksise. Waltajjiin kun guyyaa boruu magaalaa…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Sosochiin torbee nageenya tiraafikaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti sosochiin torbee nageenya tiraafikaa'mata duree 'Sababa Kootiin lubbuun nama tokkoo darbuu hin qabu!' jedhuun gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sosochiin ga’umsa qaamaa hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffame Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Finfinneetti sosochiin ga'umsa qaamaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Soolaarii humna Ekektirikaa Kiiloo Waattii 370 maddisiisu eebbifame Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 95 kan hojjetame Piroojektiin Soolaarii Odaa humna Ekektirikaa Kiiloo Waattii 370 maddisiisu eebbifameera. Humni kun…