Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi Manneen ijaarsisaa ture Eebbisise Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa Gamoowwan Manneen Jireenyaa fi giddugala Oomisha meeshaalee ijaarsaa eebbisiseera. Itti Gaafatamtuun Waajjira…
Fayyaa Yaa’iin 26ffaa Damee Fayyaa gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)-Yaa’iin 26ffaa Damee Fayyaa Magaalaa Aarbaa Mincitti gaggeeffamuu eegaleera. yaa’icharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa…
Oduu biyya keessaa Kirkirri Lafaa hanga Finfinneetti dhaga’ame irra deebiin Awaash Fantaalleetti mudate Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC) – Awaash Fantaalleetti kaleessa galgala Kirkirri lafaa irraa deebiin mudachuu Yuunivarsiiti Finfinneetti Inistiitiyuutiin Ji’oofiiziksii Hawaa fi…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggansa Paartii Badhaadhinaa marsaa 3ffaan kennamaa ture xumurame Debela Tadesse Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Leenjiin ijaarsa dandeetti hoggantoota Paartii Badhaadhinaa marsaa 3ffaan guyyoota 10’f kennamaa ture xumurameera. Leenjichi “Humna mul’ataa,…
Oduu biyya keessaa Qophii Yaa’ii Gamtaa Afrikaa Finfinnetti keessummeeffamu ilaalchisee mari’atame Debela Tadesse Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa Guraandhala dhufu gaggeeffamu ilaalchisuun qophii duraa gaggeeffamaa jirurratti Koree Biyyaalessaa mari’ate. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Misoomaa Mootummaa galii Mootummaa maddisiisuurratti hojjechuu qabu-Obbo Awwaluu Abdii. Debela Tadesse Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Dhaabbileen Misoomaa Mootummaa bu'a qabeessummaasaanii guddisuun cinaatti carraa jiru fayyadamuun galii Mootummaa maddisiisuurratti ciminaan hojjechuu…
Oduu biyya keessaa Seeraan ala namoota hidhuu fi reebuun kanneen himataman hanga hidhaa umrii guutuun akka adabaman… Debela Tadesse Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti seeraan ala nama hidhuu, reebuu, maallaqa fudhachuu fi yakkoota garaagaraa raawwachuun kan himataman shakkamtoonni torba hanga…
Teeknooloojii Kooriyaan Kaabaa misaa’eela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru danda’u furgugsuu beeksifte Sifen Megersa Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa misaa’eela Baalaastikaa ardii qaxxaamuruu danda’u Hawaasoong -19 jedhamu furgugsuu beeksifte. Hawaasong -19 seenaa yaalii…
Ispoortii Ruuban Amooriim leenjisaa Maanchiister Yuunaayitiid ta’uun muudaman Sifen Megersa Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Lammiin Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisaa olaanaa Maanchiister Yuunaayitiid ta’uun muudamaniiru. Leenjisaa Ispoortiing Liizban kan turen…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyon Ximootiwoos Itti Aantuu Ministira Muummee Islooveeniyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)-Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiootiwoos Itti Aantuu Ministira Muummee fi Ministira Dhimmoota Awurooppaa Islooveeniyaa Taaniyaa Fajoon…