Idil Addunyaa Filannoon Ameerikaa guyyaa boruu gaggeeffama Sifen Megersa Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Filannoo Ameerikaa guyyaa boruu sagaleen kennamuuf duulli Filannoo har'a raawwata. Filaannoon Ameerikaa kun ummata biyyattii qofa osoo hin taane…
Oduu biyya keessaa Haalaa nageenyaarratti waltajjiin marii Magaalaa Dabra Maarqoositti gaggeeffame Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Haala nageenyaa yeroo ammaa Naannoo Amaaraa ilaalchisuun waltajjiin marii Magaalaa Dabra Maarqoositti gaggeeffame. Waltajjii marichaarratti…
Oduu biyya keessaa Leenjii interpirinarshiippii Qonnaan/Horsiisee Bultoota gara inivastimantiitti ce’an kuma 15’f… Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Leenjii interpirinarshiippii Qonnaa bultootaa fi Horsiisee Bultoota gara inivastimantiitti ce'an kuma 15’f Giddugaloota 19'tti kennamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan cufiinsa Baatii Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Sagantaan cufiinsa Baatii Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jira. Sagantichi mata duree ‘Nageenya…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraa Magaalota garaagaraatti koonfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraa Magaalota garaagaraatti koonfiraansiin nageenya mata duree “Nageenyi hundaaf; hundi nageenyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra-Obbo… Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan.…
Fayyaa Damee Fayyaa sadarkaa fooyya’aarra qaqqabsiisuuf murannoon ni hojjenna – Dookta Maqdas… Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Bara baajataa 2017 Damee Fayyaa sadarkaa fooyya'aarra qaqqabsiisuuf murannoon ni hojjenna jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dookta Maqdas Dhaabaan.…
Ispoortii Tootenhaam galchii 4 fi 1n Astoon Viilaa Injifate Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Piriimeer Liigii Ingilaandiin Tootenhaam, Astoon Viilaa Injifateera. Tapha waaree booda sa'aatii 11:00 irraa eegalee taphatameen Tootenhaam galchii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Haaromsaafii Muummicha jedhu jaal Ibsaa Nagawoon barreeffame eebbifame Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Kitaabni Haaromsaafii Muummicha jedhu qabsa'aa gameessa Jaal Ibsaa Nagawoon barreeffame eebbifame. Kitaabichi waa'ee mirga ummata Oromoo fi sabaaf…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa ta’e A350 – 1000 guyyaa lama… Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu guyyaa lama booda ni fudhata. Daandiin…