Fayyaa Vaayrasii koroonaa fi mallattoolee isaa Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) -Vaayrasii koroonaa fi mallattoolee isaa. Vaayrasiin koroonaa maalidha? Akka ibsa Dhaabbata Faayyaa Addunyaatti vaayrasiin koroonaa vaayirasii bifa…
Oduu biyya keessaa Daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuun ibsame. Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Ismaa’eel Oomar Giilleen waliigaltee Hararii fi Artaa dinqisiifatan Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'eel Oomar Giilleen waliigaltee magaalaan Hararii fi Artaan taasisan dinqisiifatan. Preezdaant Ismaa'eel Oomar…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murteewwan addaddaa dabarse Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii idilee 78ffaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni marichaa wixinee Mana Maree Waliigalaa Dhimma…
Ispoortii Fiigichi maaraatoonii Duubaay olaantummaa atleetota Ityoophiyaatin xumurame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Fiigicha maaraatoonii Duubaay barii kana gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru. Fiigicha maaraatoonii barii har’aa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin turizimii deemsa gara Ityoophiyaa jedhu gaggeeffame Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Waltajjiin turizimii deemsa gara Ityoophiyaa jedhu Keeniyaatti gaggeeffameera. Waltajjicha Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaa fi…
Idil Addunyaa Sadarkaa idil addunyaatti biqiltuun tiriiliyoona 1 dhaabamuufi Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Sadarkaa idil addunyaatti biqiltuun tiriiliyoona 1 dhaabamuufi Jijjiirama qabeenya qilleensaa hammaacha dhufe kana dandamachiisuuf mootummoonni yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Baahir Daar barattoota hojii baruu fi barsiisu booressan 21 irratti tarkaanfi fudhate Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Baahir Daar barattoota hojii baruu fi barsiisu booressan 21 irratti tarkaanfi fudhateera. Yuunvarsiitichi kutaalee barnoota tokko…
Biiznasii Qulqullinni buna Jimmaa gabaa gidduleessaaf dhiyaatu dabalaa jira jedhame Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Qulqullinni buna Jimmaa gabaa giddu galeessaaf dhiyaatu yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufuu Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Damee Jimmaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jibuutii fi Oromiyaan hariiroo misoomaa fi diinagdee waloo cimsuuf hojjechaa jiru Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Jibuutii fi naannoon Oromiyaa hariiroo misoomaa fi diinagdee waloo cimsuuf hojjechaa jiru. Jilli Mana Maree Daldalaa Jibuutiin duurfamu daawwii hojii…