Waajabila Faanaa Taableetiin biyya keessatti hojjetame agarsiisaf dhiyaate Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Taableetiin biyya keessatti hojjetame agarsiisaf dhiyaate. Biyya keessatti akka hojjetamu yaadasaa kan dhiyeessee fi hojjechiise Ministeera…
Oduu biyya keessaa Jilli garee daldalaa Jibuutii Zoonii Industirii Bahaa fi Buufata Gogaa Mojoo daawwate Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Jilli garee daldalaa Jibuutii Zoonii Industirii Bahaa fi Buufata Gogaa Mojoo magaala Duukamitti argamu daawwateera. Ityoophiyaatti daawwanaarra kan…
Idil Addunyaa Hoomaan awwaannisaa Gaanfa Afrikaatti muudate waggoottan 25 as isa hammaatadha jedhame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Hoomaan awwaannisaa Gaanfa Afrikaatti muudate waggoottan 25 as kan bara kanaa hammaataa ta’uun ibsame. Hoomaan bara kana Baha Afrikaatti muudate…
Idil Addunyaa Traamp dubartoota ulfa gara Ameerikaa imalan ittisuufi Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Bulchiinsi preezdantii Ameerikaa Doonaald Traamp hojimaata dubartoonni ulfaa Ameerikaa akka hin seenne dhoorku hojiirra oolchufi. Hojimaatichi guyyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun dureewwan godina Kibba Walloo waliin mari’achaa jiru Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Obbo Gadduu Andaargaachaw dureewwan godina Kibba Walloo waliin mari’achaa jiru. Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw hojiiwwan misooma…
Biiznasii Baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 ol to’atame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Guumruukii Ityoophiyaa baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu to’aachuu isaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa qorannoo dhimmoota imaammataa 30 ifoomse Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Waldaalee Daldalaa fi Dameewwanii Magaalaa Finfinnee qorannoo dhimmoota imaammataa daldalaa fi gamtaa damichaatin walqabatanirratti…
Fayyaa Deeggartoonni kubbaa miilaa dhipphina cimaaf akka saaxilaman ibsame Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Deeggartoonni kubbaa miilaa dhiphina cimaaf akka saaxilaman ibsame. Qorannoon tokko akka ibsutti deeggartootni miira guddaa keessa galuun yeroo gareen…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessuu eegale. Yaa’ichi oolmaa isaa guyyaa har’aatin wixinee labsii…