Oduu biyya keessaa Injiinar Azeeb Asnaaqaarratti himannaan baname Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Injiinar Azeeb Asnaaqaarratti himannaan baname. Hoji raawwachiistuu olaanaa Koorporeeshinii Humna Elektiriikaa Ityoophiyaa duraanii kan turan…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy bakka qonna magaalaa daawwatan Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka qonna magaalaa daawwatan. Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa baatii 5tti karoora ol galii walitti qabuu beeksise Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa bara baajataa 2012tti Birrii biiliyoona 22 walitti qabuuf karoorsee, baatii shan keessatti Birri biiliyoona 10 walitti…
Fayyaa Wabii fayyaa hawaasummaa Finfinneetin jiraattota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa… Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Wabii fayyaa hawaasummaa magaalaa Finfinneetin jiraattota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf kan hojjetamu ta'uun ibsame. Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin ga’een dhaabbilee nageenyaa ce’umsa siyaasaa keessatti qaban gaaggeefamaa jira Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii ga’een dhaabbileen nageenyaa ce’umsa biyyatti keessatti qaban ilaalchisuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Qopheessummaa Instiitiyuutii…
Teeknooloojii Kaartaan imalaa diijjiitaalaa haaraan ebbifame Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Kaartaan imalaa diijjiitaalaa haaraan ebbifame. Kaartaan imalaa('diijjiitaal maap') kun adda ta'uu Ministeerri Geejibaa beeksiseera.…
Idil Addunyaa Jaappaan xiyyaarotaa fi doonii waraanaa gara Baha giddugaleessatti erguufi Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Jaappaan Xiyyaarotaa fi Doonii waraanaa gara Baha giddugaleessatti erguuf jetti Jaappaan dooniwwaan daldalaa isheerraa miidhaa eeguuf doonii fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Isaayyaas daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaanii deebi’an Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun har'a gara biyya isaanii deebi'aniiru. Preezdaantichi…
Oduu biyya keessaa Affeerraa irbaataa preezdaant Isaayyaas…. Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Affeerraan irbaataa preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiif qophaa'e eda galgala Masaraa Mootummaatti mata duree "Boqonnaa seenaa waloo yaa kabajnu"…
Balballoommii fi yaada Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman. Miseensonni poolisii meeshaa mootummaan itti laatetti fayyadamuun saamicha raawwatan adabamuu Abbaan…