Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Liillii Yooseef waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoji gaggeessituu fi hundeessituu Faawundeeshinii Taanjabil Hoopp Liillii Yooseef waliin mari’atan.…
Ispoortii Taphni darbii Oromiyaa booru ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Priimiyar Liigii Ityoophiyaa tapha torbee 6ffaa guyyaa boruutin darbiin Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ni gaggeeffama. Taphoota shan taphachuun priimiyar…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Agarsiisni, koonfaransii fi baazaariin bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi. Buna Ityoophiyaa gabaa addunyaatti beeksisuuf asxaan…
Oduu biyya keessaa Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe. Sirreeffamtoonni kanneen mana amala sirreessaatti naamusa gaarii kan agarsiisan ta'uu Abbaan…
Fayyaa Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa eebbifame Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Eejansiin Dhiyeessii Qoricha Ityoophiyaa mankuusaa qabbaneessaa qorichaa ijaarsisaa ture ebbisiise. Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa kun qorichoonni…
Waajabila Faanaa Barsiiftuu daa’ima ishee waggaa 1 baachuun barsiiftu Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Barsiiftuu Ayyaantuu Baldhinaa naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaalaa Yaaballoo Mana Baruumsaa Sadarka 1ffaa Daboobettii keessatti barsiisti.…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa boru xumura ni argata Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa oolmaa isaa guyyaa 5ffaan har’a dorgommiiwwan 8 xumura argataniiru. Dorgommii guddattoota umurii 16…
Biiznasii Ayyaana waggaaf meeshaaleen bu’uraa ga’aa ta’e dhiyaate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee ayyaana Qilleef meeshaalee bu’uraa ga’aa ta’e dhiyeessuu beeksise. Eejansichi…
Balballoommii fi yaada Ministeerichi qabeenya uummaamaa irratti marii gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee Muddee 24, 2012(FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa hojii qabeenya uummamaarratti magaalaa Adaamaatti marii gaggeessaa jira. Haalaa fi qabiinsa biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Tasgabbiin dhabamuun hojii humnoota hokkara uumaniiti – ministeericha Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Dhaabbilee barnoota olaanootti sababiin tasgabbiin dhabamuu shira hojii humnoota hokkara umaniiti jedhe Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo FDRI.…