Fayyaa Hawasni dhiiga arjoomuun lubbuu akka baraaran gaafatame Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Hawasni dhiiga arjoomun lubbuu baraaruun ga’eesa akka ba’atu Tajaajjilli Baankii Dhiigaa Biyyoolessaa beeksise. Tajaajjilli Baankii Dhiigaa…
Biiznasii Ministeerichi baatii 6tti galii Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27 ol walitti qabuu… Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii FDRI baatiiwwan 6 darbanitti galii Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27.5 walitti qabuu beeksise. Ministeerich…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffameef dhaabbachuu qaba jedhame Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffamee fi itti gaafatamumma irra kaa’ame qixaan ba’achuu akka qabu ibsame. Manni Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa booru eegaleet gaggeessa Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa booruu eegalee guyyoota sadiif kan gaggeessu ta’a. Yaa’ichi gabaasa raawwii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Kuweet waliigaltee hojii walii mallatteessuuf mari’achaa jiru Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Kuweet marii waliigaltee hojjetaa walii mallatteessuu isaan dandeessisu mallatteessan. Jilli diippiiloomaasii imbaasii Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban lafti heektaarri miiliyoonni 10 hojiiwwan misooma sululaatin uwwifameera Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Waggoottan darbanitti lafti heektaarri miiliyoona 10 ta’u hojiiwwan misooma sululaan uwwifamuu Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise. Naannolee hundatti…
Oduu biyya keessaa Jirraan ispoortii dhaabbachuu akka qabu ibsame Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Taphni jirraa maqaa ispoortitiin (Betting) eegalame qumaaratti geeddaramaa jiraachuu isaatin dhaabbachuu akka qabu ibsame. Dargaggoota rakkoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Afrikaatti nageenyi waaraan akka bu’uu fi hidhanni diinagdee akka cimu ni… Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Afrikaatti nageenyi waaraan akka bu'uu fi hidhanni diinagdee akka cimu kan hojjettu ta'uu itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa…
Balballoommii fi yaada Ityoophiyaa fi Fiinlaand raawwii proojaktii koowashiif waliigaltee Birrii biiliyoona 1.3 olii walii… Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Fiinlaand raawwii proojaktii bishaan dhugaatii qulqulluu fi eegumsa fayyaatif(koowash) waliigaltee Birrii biiliyoona 1.3 olii walii…
Idil Addunyaa Chaayinaa keessatti Vaayrasii haaraan Koronaa jedhamu lubbuu namoota du’anii 17 ga’e Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Chaayinaa keessatti Vaayrasii haaraan Koronaa jedhamu lubbuu namoota 17 darbuu isaa aangawoonni tajaajiila eegumsa fayyaa biyyatti beeksiseera.…