Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame. Shaampiyoonaan kun har'aa eegalee hanga…
Ispoortii Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii taasisaniin qabxii boonsaa galmeessan Wabi Fufa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Torbee dabarsine Sanbataa fi Dilbata atleetonni Ityoophiyaa dhiiraa fi dubartootan waldorgommii addunyaa garagaraa 10 taasisaniiru. Atleetonni kunneen…
Idil Addunyaa Barri Faranjootaa 2019 Ameerikaatti bara ajjeechaan waliigalaa olaanaan itti galmaa’e jedhame Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Muddee 20, 2012 (FBC) – Bara Faranjootaa 2019 xumuramaa jiru keessa Ameerikaatti ajjeechaa waliigala 41 raawwatameen, lubbuun namoota 211 darbeera. Dhimmicharratti qorannoo gaggeessan…
Fayyaa Inshuraansii fayyaa hawaasaa Oromiyaarratti mari’atamaa jira Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Koonfaransiin inshuraansii fayyaa hawaasaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Darajjee…
Oduu biyya keessaa Dr Mulaatun ministira Dhimma Alaa Saawdii waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Dooktar Mulaatuu Tashooman ministira Ministeera Dhimma Alaa Saawdii Arabiyaa mootii Faysal biin Faarhaan biin Abdullaah waliin mari'atan…
Teeknooloojii Jiraattota magaalaa Finfinnee kuma 70 oliif waraqaan eenyummaa diijiitaalaa kenname Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Jiraattota magaalaa Finfinnee kuma 70 fi 748 waraqaan eenyummaa diijiitaalaa kennamuu Eejansiin Galmeessa Ragaalee Bu'uuraa magaalicha beeksise.…
Idil Addunyaa Filippiinsitti rooba cimaa bubbee makate rooben namoonni 47 du’an Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20 ,2012 (FBC) Filippiinsitti rooba cimaa bubbee makate rooben lubbuun namoota 47 yoo darbu, qabeenyi hudduun barbadaa’uun himame. Balaa kanaan yoo xiqqaate namoota 140…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa aanaa Dugdaatti qaqqabeen lubbuun namoota 26 darbe Wabi Fufa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Balaa tiraafikaa naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Dugdaatti qaqqabeen lubbuun namoota 26 darbuu Qajeelichi Poolisii godinichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Af-yaa’iin obboo Taaggasaan daandii magaalaa Aarbaa Mincitti ijaaramu eegalchiisan Wabi Fufa Dec 29, 2019 0 Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) – Af-yaa’iin mana maree bakka bu’oota ummataa obbo Taaggasaa Caafoo daandii magaalaa Aarbaa Mincitti ijaaramu eegalchiisan. Obbo Taaggasaan rakkina…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Jimmaa motar saaykiloota bituun poolisoota magaalichaaf gumaachaan Wabi Fufa Dec 29, 2019 0 Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) - Jiraattootni magaalaa Jimmaa qarshii 467,000n motar saaykiloota bituun polisoota magaalichaaf gumaacha taasisan. Gumaacha kana kan taasisan jiraattoota…